๐๐๐Dubartoota ๐๐๐yeroo ammaa kana seenaa dalagaa jiran
๐๐๐Garee Sadaqatul Jaariyaa ๐๐๐Dubartoota ๐๐๐Gaaddisa Islaamaa๐๐๐ Markaza Ummu Salamaa ๐๐๐ja'amu Miidhaaga Tolaatti๐๐๐ jaaruutti jiran Namnii Rabbiin laafiseef kheyrii tanarratti hirmaadhaa๐๐๐Dagaagaa firaawaa mullaadhaa Rabbiin isinirraa haajalatu ๐น
Madrasaa Abuubakar nairobi kenya
Darsiilee Adda Addaa argachuu yoo feetan page Kheenya Khana Like Follow godhuuun nu Hordofaa
06/05/2025
05/02/2025
Welcome To Minnesota
Assalaamuโaleykum Warahmatullahi Wabarakaatuh
Oduu Gammachiisaa Hawaasa Kheenya Kan Minnesota Jiraatu Maraaf!
Ustaazni Keenya Ustaaz Abdurahiim Saanii Kan Biyya Keeniyaa Keessatti Hawaasa Kheenya Khaddamaa Ture Yeroo Xiqqo Dura Biyya America, Minnesota Dhufuun Isaa Ni Yaadatama. Hawaasni Keenya Kan Minnesota Jiraatu Sagantaa Simannaa Bareedduu Tan Mata Dureen Isii ! jettu Qopheessanii Isin Eegaa Jiran.
Sagantaa Tanarratti Keessummoonni Adda Addaa Akkasuma Sheekkonni Keenya Irratti Ni Argaman.
Xiqqaaf Guddaan Dhiiraaf Dhalaan Sagantaan Tanarraa Akkan Hafne Khabajaa fi Jaalalaan Isin Afeerra.
๐245 W LAFAYETTE FRNOTAGE RD
SAINT PAUL, MN 55107
UNITED STATES ๐บ๐ธ
For More Info: +1 (612) 441-9168
An_Haa_Dhufuu!
24/01/2025
Gaaddisa Islaamaa fuldurrii ifa Minnesota bulchuun ammaa
Barruu tana sirrtti dubbisaa waliif godhaa, Beekkomsa guddaa irraa fudhattanii.
Ammaas an moo keessattiin ramadamaa of ilaaluu, yokaa Mallattoo Gowwaa keessaa meeqa akka qabdan keessatti of ilaaluu ni dandeessan.
Dhiifama ani nama tokkolleen ati gowwaadha jachuu kiyyaa miti. Naaf hubadhaa! Rabbiin gowwa isin hin taasisin.
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
Dhiira Aqlitti haasawan, Dubartii Qalbitti haasawan, Gowwaa gurratti Haasawan.
๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข๐ข
Gowwummaan dhalootaani, dubbisuu fii barreessuun yokaa baratuun gowwummaa keessaa hin bayan.
Gowwummaan gosa maraatuuti.
Dhukkubaatu wallaanama malee
Gowwummaan hin wallaanamtu.๐
Gowwaan Arraba isaatii fii waa hubatuu
dhabuu isaatiinuu ni beekkama.๐ฃ๏ธ
yokiin
keessaa Muraasa:โ๏ธ
Haala hammaatuu, Jarjaruu, Of jajuu, Hedduu dhaaddatuu, Nama tuffatuu, Dubbii guddatuu,
Dafee nama jaalatuu, Dafee nama jibbuu,
Dafee Aaruu, of malee Nama amanuu dhabuu,
Hisaabaa bahuu, Shalaggii malee hojjatuu, Herrega malee dubbatuu, Deebisaa keessatti jarjaruu,
Adawwiifii Hiriyoota isaa adda baafatuu dhabuu,
Irra Aaqila yokaa irra Hayyuu Namaa of sehuu,
Nama isa caalu arrabsuu,
yaaduma isaa dhufe hunda dubbatuu, waan Nama saalfachiisu hojjatee, dirqama kiyya jachuu ; Dogongora isaa fudhatuu dhabuu, Marii fudhatuu dhabuu, Yaada isaa Dogongora tahuus jijjiiruu dhabuu, Dogongora Namaa malee kan isaa arguu dhabuu,
Yoo obsiteef siif wallaaluu, yoo hujii wallaalaa irratti hojjatte siif obsuu;
yoo tola itti Oolte simiidhuu, yoo miite tola sitti ooluu; Yoo itti haasofte sikijibsiisuu, yeroo sitti haasawu sitti kijibuu;
Yoo sossobde si'arrabsuu, yoo mormiteen
si rakkisuu, yoo walii galteen haqa irraa
simaysuu.
keessaa muraasa:
Gowwaan Obsa xiqqaata,Aaqilli obsa guddata;
Gowwaan Adawwii heddummaata, Aaqilli waahila heddummaata;
Gowwaan Hayyuu uf seha, Hayyuun gaowwaa uf seha;
Gowwaan dubbatutti yaaddawa, Hayyuun yokaa Aaqilli Akkaataa itti dubbatutti yaaddawa;
Gowwaan waan beeku hunda dubbata, Aaqilla waan dubbatu beeka;
Aaqilli waan hubate dubbata, Gowwaan waan dhagahe dubbata;
Gowwaan Eega dubbatee itti yaada, Aaqilli Eega itti yaadee dubbata;
Gowwaan diiguudha beeka, Aaqilli ijaaruudha beeka;
Gowwaan Amala hammaata, Aaqilli Amala tola;
Aaqilli yoo gaarii yaaddeef si kabaja, Gowwaan yoo Gaarii yaaddef si jibba;
Aaqilli Haga sammuun isaatiifii ijji isaa dhaqqabdu yaada yokaa ilaala, Gowwaan miila isaa jidduu ilaala;
Arrabni Aaqilaa qalbii isaa keessa jira, Qalbiin gowwaa afaan isaa keessa jira;
Gowwaan muka goggogaadha, Aaqilli muka jiidhaadha.
:
Ilmi Nama gosa Afur qaba : 1/ Beekaa Beekuu isaa of Beeku, Inni beekaadhaa irraa baradhaa;
2/ Beekaa Beekuu isaa of hin beekne, inni Nama namummaa qabuu of yaadachiisaa;
3/ Wallaalaa wallaalaa tahuu isaa of beeku,
Inni wallaalaadhaa barsiisaa;
4/ Wallaalaa wallaalaa tahuu of hin beekne, inni Gowwaadhaa irraa fagaadhaa.
Nama Gowwaa wajjiin wal mormu, isaan lamaan keessaa Eenyuutu gowwaadhaa addaan baasuun Namatti ulfaata.
Gowwaa saahibuun, wajji haasawuun, itti kannuufii irraa fuudhuuniis rakkoodha.
Gowwaaf deebisaa kannuurra irrumaa callisuudhaatu furmaatama.
"Gowwaan us jachuun, daranuu haasowsiisuudha".
"Gowwaan hamaan kan hinaaffaa qabuudha, Gowwaan Hinaaffaa qabu, Billawa qaraan sitti darbameedha";
Ollaa gowwaa yoo Rabbiin si mude biraa godaanuun, yoo Rabbiin Saahiba si godhe
Saahibummaa isaa of irraa dhiisuun, Yoo
Nama wajji hojjattu taate of irraa dhiisuun,
baayyee gaariidha.
Afaan :
"Gowwaan waa lama keessaa takkuma beeka suniis: akkuma inni jadhe tahuu qofa beeka";
"Gowwaan Afaan ballata, Aaqilli Gurra ballata";
"Gowwaan waan nyaatu malee waan isa nyaatu hin beeku";
"Gowwaafii Qalamni waan qabe gad hin dhiisu";
"Gowwaan Firan qabu, Firri isaa Fadhii isaati";
Gowwaan hin dhalatin, dhaltuus hin guddatin;
barreessan Jamaal aliyyii abdullah
barressaan Jamaal Aliyyii Abdullah
barruu tana bara dheengaddatiin barreesse.
ุจุณููููููููููููููููููููู
ุงููู ุงูุฑุญูููููููููู
ู ุงูุฑุญููููููููููููู
ุงูุญู
ุฏ ููู ุฑุจ ุงูุนููููููุงูู
ูููู ุงูุตููููุงุฉ ูุงูุณููููููููููุงู
ุนูู ุณูุฏูุง ูุญุจูุจูุง ู
ูุญูู
ููุฏ ๏ทบ
โจ๐โจ๐โจ๐โจ๐โจ๐โจ๐
๊จ๏ธโ โฌ โด๐โต โฌโ๊จ๏ธ๐๐น๐
ุงูุณูููููููููููููููููููููููุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ู ุงููู ูุจุฑูุงุชููููููููููููููููููููู
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐laamu ๐๐ฅ๐๐๐ฒ๐ค๐ฎ๐ฆ๐
๐ค๐๐๐๐ซ๐๐ก๐ฆ๐๐ญ๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐๐๐ก๐ข๐
๐ค๐๐ป ๐๐๐๐๐ซ๐๐ค๐๐๐ญ๐ฎ๐ก๐ฎ๐
----------------------------------------
==๐โ๏ธ๐ชป *MUHAADARAA* *DUBARTOOTA* *G/ISLAAMAA*. ๐ชปโ๏ธ๐==
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชด๐ชดYaadachiisaa fi oduu gammachiisaa Barattoota gaaddisa islaamaatii fi obboleeyyan keenya guutuu addunyaarratti argamtan hundaaf, muhaadraan dubartoota Gaaddisa Islaamaa kan toorbaan lama lamaan deemaa turee itti fuftee jirtii.๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ปโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
*Us Kheenya/ G/Islaamaa qophii kana nurraa hin hafinaa isiniin jedhuu*
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐US/keenya warra qophii kana nuuf dhiheeysan
"""""":::::::::::::::::::::::::::::::::::
1/๐๐โ๏ธ *Sheek Ayyuub H/aan*
2/๐๐โ๏ธ *Sheek Ismail X/Hiir* โ๏ธ
3/๐๐โ๏ธ *Sheek Abdi Husseen*
4/๐๐โ๏ธ *U/KH/Abdallah* โ๏ธ๐
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
=====๐๐ปHost๐ป๐======
๐ป๐๐//*U/Amir/Abu mahi*๐๐๐ป
๐ป๐๐//*U/Maahir Qaasim*๐๐๐ป
=====๐ณ๐Guyyaa======
======September 6/2024๐๐ณ===
=====๐๐Sa'aa ๐๐=====
โฐ๐1:30 Minneso ๐๐
โฐ๐3:30 Ethiopia ๐๐
โฐ๐12:30 Canada ๐๐
โฐ๐7:30 Australia ๐๐
=====wal arkaan kheenya zoom rratti
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ
=====๐๐ *GAADDISA ISILAAMAA IFAA FUUL DURAA* ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
ุจุณููููููููู
ุงููู ุงูุฑุญู
ูููููููู ุงูุฑุญููููููููููููููู
ุงูุญู
ุฏููู ุฑุจ ุงูุนููููููููููููููุงูู
ูู ุงูุตูููููููููููููุงุฉ ูุงูุณูููููููููููููููุงู
ุนูู ุฑุณูู ุงููู ุตูู ุงููู ุนููู ุงูุณููููููููููููููููููู
ุงูุณููููููููููููููุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑููููููููููููููููููููููููููุงุชู๐น๐น
๐ซ๐๐ฌ๐ฌ๐laamu ๐๐ฅ๐๐๐ฒ๐ค๐ฎ๐ฆ๐น๐
๐ซ๐๐๐ซ๐๐ก๐ฆ๐๐ญ๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐๐๐ก๐ข๐น๐
๐ซ ๐๐๐๐๐ซ๐๐ค๐๐๐ญ๐ฎ๐ก๐ฎ๐น๐
----------------------------------------
๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป
==๐๐ธ *MUHAADARAA* *DUBARTOOTA* *G/ISLAAMAA*. ๐ธ๐==
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ Yaadachiisaa fi oduu gammachiisaa Barattoota gaaddisa islaamaatii fi obboleeyyan keenya guutuu addunyaarratti argamtan hundaaf, muhaadraan dubartoota Gaaddisa Islaamaa kan toorbaan lama lamaan deemaa turee itti fuftee jirtii.โจโจโจโจโจโจโจโจโจโจโจโจ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ๐ธ
*Dubartoonni G/Islaamaa qophii kana nurraa hin hafinaa isiniin jedhuu*
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป
Barattoota keenya warra qophii kana nuuf dhiheeysan.
Isaniis
========================
1/ โจ๐๐น๐ป U/Hamza๐ป๐น๐
2/๐๐น๐ปAliya M/mmd ๐ป๐น๐
3/๐๐น๐ปRahma Hashim๐ป๐น
4/๐๐น๐ปAhlam A/rahman๐ป๐น
=====โจ((๐ป *HOST*๐ป )) โจ======
*Ummu Mubaarak,Nabiyaa fi Sa'adaa Jamaal*โจ๐น๐๐๐
๐ป๐ชป๐ป๐ชป๐ป๐ชป๐ป๐ชป
=====Guyyaa======
======August 23/2024===
=====๐๐ชป(Sa'aa) ๐ชป๐=====
โฐโฐ1:30 Minnesotaโฐ๐ชป
โฐโฐ3:30 Ethiopianโฐ๐ชป
โฐโฐ12:30 Canada โฐ๐ชป
โฐโฐ7:30 Australian โฐ๐ชป
โจโจโจโจโจโจโจโจ๐๐๐๐๐๐๐๐
===== walargan keenyaa zoom irratti =====
๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ
======โจ๐นGAADDISA ISILAAMAA IFAA FUUL DURAA.๐นโจ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐ชป๐====================================//////===///////////////////////////////
GAADDISA ISLAAMAA GAADDISA ISLAAMAA GAADDISA ISLAAMAA GAADDISA ISLAAMAA GAADDISA ISLAAMAA GAADDISA ISLAAMAA GAADDISA ISLAAMAA
Click here to claim your Sponsored Listing.