Chalkeba Idesa General finishing work

Chalkeba Idesa General finishing work

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Chalkeba Idesa General finishing work, London.

09/06/2025

🥰Taphataan Kubbaa Miilaa Arsenaal Bukaayoo Saakaan deeggartu kilaba Arsenaal kan taate hospitaala isheen dhukkubsattee ciistu dhaqee daawwate. Kana malees, baasii yaala isheef kan oolu hundaa Yuuroo kuma 50 isheef kaffaleera.

💕 Saakaa Pheenxicha ❤️
Pagen koo Akeekkachiisa jala Waan jiruuf share naa godhaa akka narraa ka**uf eebbifamaa👏👏👏
Wako Getachow

Photos 12/04/2023

Halimaa Diidaa bakka jiraatuu Dhaabbacha Lakkoolee irra kaatee hanga Mooyalee bishaan barbaada deemaa jirti.

“Rakkoo bishaani hamtuu qabna, ganama sa’aa kudhan mana kiyyaa bahe, yoo Waaqii jedhe guyyaa kana sa’aa ja’a ykn torbattan deebi’a.

“Yoo hirribaa ka'an ijoolleen tiyya waan nyaataniifi waan dhugan hin qaban, bishaan kana qabadhee gara manaatti akkan gahu na eeguu qabu.”

Bishaan duraan isaan fayyadamaa turan kan haroo sababii roobni badeen gogde. Amma ammoo akkuma hongeen, yeroo roobaas naannoo kanatti rakkoo lolaan miidhaa hamtu uumama.
↪️ https://bbc.in/40WFGCY

12/04/2023

Gadigaloota!!
Kanneen Iskoolaariin biyyaa baatee bakkayyuu waliitti cuurree qabsootti maknee har’a illee faallaa Oromoo dhaabbatti.Gadhummaadha!!
Seenaaf olkeenya!!Lafeen ijoollee keenya mormi muramtee mukatti fannifamanii isaan haa waraanu!!

Mobile uploads 08/04/2023
Photos from Chalkeba Idesa General finishing work's post 13/03/2023

Ogumaan buu'uura dhala namaati

Jijjiirramuuf of murteessuu qooda mataa keeti.

Waliiin waliiif haa hojjanu!

09 20 83 76 72
09 10 45 23 21
09 22 88 85 43

23/11/2022
Want your business to be the top-listed Furniture Store in London?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

London