Dave dish

Dave dish

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dave dish, davelionboy@gmail, Oromia Region.

Mobile uploads 02/04/2021
28/03/2021

.
FAAYIDAA WALQUNNAMTII
SAALAA
★★★★★★★★★★★★★★★

➲ Walqunnamtiin saalaa akka nama gammachiisu beekamaadha. Ta'us garuu faayidaa inni qaamaf kennu hagas mara kan barame miti. Walqunnamtii saalaa raawwachuu caalaa ibsituun fayyummaa qaama namaa ibsu hin jiru. Baay'uma walqunnamtii saalaa raawwachuu dhiisun rakkoo qaba. Raawwi fi fedhiin walqunnamtii saalaa warri gadi bu'e warra rakkoo qabaniidha. Walqunnamtiin saalaa qoricha bifa dawaatin hin argamne bakka bu'ee tajaajiluu danda'a.

❶ Dhiibbaa garaagaraa xiqqeessuf : Walqunnamtiin saalaa keemikaala oxytocin madduuf, keemikaalli kun immoo cinqii fi muukii garaagaraa ittisuuf ni fayyada. Dabalees waa dafanii irraanfachuu irraa nama baraara.

❷ Dhiibbaa dhiigatiif: systolic gadi buusuun dhiibbaa dhiigaa gadi hir'isa. Qorraaf saaxilamuu ni hir'isa.

❸ Dhukkubbii xiqqeessuf : Walqunnamtiin saalaa ajjeeftuu dhukkubaa (painkiller) waan ta'eef yeroo raawwaannu miira fiixee xummuraa (or**sm) irra ga'uun akka of wallaallee dhukkubbii nutti dhaga'amu san dagannu nu godha.

❹ Dhukkuboota birootif : Walqunnamtii saalaa baayisuun yeroo dhukkubaaf saaxilamuu ni xiqqeessa. Akka qaamni bacteria, virus fi germ garagaraa of irraa ittisu godha.

❺ Jaalalaaf : Jaalalleewwan lama warra walqunnamtii saalaa hin raawwanne caala warra raawwatan jidduu hariiroo cimaatu jira. Kabajaa fi jaalalli isaan walii qaban kan addaati.

❻ Fayyina onneetif : Jabeenyi nafsaala keenyaa kallattumaan jabeenya onnee keenyaa faana walitti hidhata kan qabuudha. Ka'uu dadhabuun nafsaalaa (erectile dysfunction) laafina onneetin walqabata. Dhiironni walqunnamtii saalaatti jaboo ta'an carraan dhibee onneetif saaxilamuu xiqqoodha.

❼ Kaanseriidhaf : Kaanserii prostate irraa nama baraara. Warri guyyaa guyyaan walqunnamtii saalaa raawwatan warra darbanii darbanii yookin hin raawwanne caala kaanseerii prostate dhaaf kan hin saaxilamneedha.

❽ Umurii dheeressuuf : Yeroo walqunnamtii saalaa keemikaalli ispermidine waan madduuf, keemikaalli kun immoo umuriin namaa akka suuta tiratu godha. Yoo xiqqaate hanga waggaa saddeettamaa oliitti ni jiraatu.

❾ Fedhii horachuuf : Namni fedhii walqunnamtii saalaa hin qabne yeroo hunda yoo raawwate fedhii horachaa deema.

❿ Sochii qaamatiif : Posishinii garaa garaa fayyadamanii raawwachuun sochii qaamati. Sa'aatii walakkaatti nyaata kaalorii 300 bulleessuu danda'a.

⓫ Bareedinaaf : Walqunnamtii saalaa (ispeermii dhiiraa) caala kan dubartii bareessu hin jiru. Dhaabbii bareedaa nama hawwatu akka qabaattu godha

12/03/2021

Chaayinaaloota.biyyaa keessaa diishii.tokkoo. Lnb 2 raciiverii hd tokkoon daawwaachu dandeessuu
DAVEA Dish
Yoo feetaniis lnb 3 gootaani yes sport paakeejiidhan kubbaa miillaa. Piriimer liigii hangaa bonda siliiga jarmaniitti daawachuu dandeessuu
34777063

16/02/2021

.
🔄 Piriimiyerliigii warra Ingiliiz torbee 24ffaa Istaanfoordi Biriijitti Cheelsiin Niiwkastil Yunaaytidiin moo'achuun gaggeesseera.
◾ Oliivar Jiiruudii fi Tiimoo Waarnar walitti aansuun taphattoota Aab Toomaas Tuuheeliif galchiiwwan lakkoofsisanii dha.
◾ Tiimoo Waarnar Piriimiyerliigii Ingiliiz 2020 /21 irratti galchiiwwan Cheelsii 10 irratti kallattiidhaan hirmaatee jira (5 lakkoofsisuun 5 mijeessee laateera)
◾ Leenjisaan cheelsii Toomaas Tuukheel taphoota shanan darban irratti galchii 1 qofa keessummeessuun qabxii 15 argachuu qabu keessaa 13 galmeessan. Ajaa'ibaam!
◾ Taphoota Piriimiyerliigii torbee 4 walitti aansee kan moo'achuu danda'e Cheelsiin sadarkaa liigichaa 4ffaa irra taa'ee jira.
◾ Niiwkastil Yunaaytid gama isaatiin taphoota Piriimiyerliigii 8ttan darban Isteediyeemii Istaanfoordi Biriijitti dhufeen galchiiwwan 20 keessummeessun hunda moo'amee jira.
◾ Kana malees Cheelsiin Firaanki Laampaardiif hanga hojii leenjisummaa argatutti (walii galteen dhumutti) akka Leenjisaatti torbeen £. 75,000 kaffalaafii jiruu quba qabduu?God!
◾ Gama Biraatiin Ze Hamarsi Weestihaam Yunaaytid Shiifiildi Yunaaytidiin 3fi 0 dhaan moo'achuun Liigicha sadarkaa 5ffaa qabatanii jiru.
🌹 Aab Toomaas Tuukheel yeroo gara cheelsii dhufan kilabichi sadarkaa 10ffaa irra jira. Turtii guyyoota 20 Cheelsii keessa Leenjisaniin gara sadarkaa 4ffaatti fiduun Seenaa haaraa galmeessanii jiru.
◾ Walumaa galatti Cheelsii irratti hanga ammaatti galchiiwwan lakkaawwamuu dhabuun hangam akka fooyya'aa dhufe argisiisa.
🌹 Eegaa Kuunnoo utuu jettan kunooti taheera Cheelsiin homaa gochuun hin danda'amu kaa!



🌹 T o o m a a s T u k h e e l 🌹
💪Yooyyaa Jiillicha



26/01/2021

Kallaattiin niw kaastilii fi liidis yuunatiid
New 1 lee 0
Sport 2 amos 4
11031 h/v 27500

24/10/2020

Har'a sa'ati 1:30tti warraa seexanoota didimoofi warraa cuqulisaa gidduuttti. Morkii jabaatu eegaama
Isiiniis kara foddaa tiivii keessaani manuma ta'ati. Yes sport packege n daawaadhao

18/10/2020

Baga gammaadan ordoftoonni Amanta ortodoksii.
Dheyeenya kana kan baname tvn OCN tamsaasa isaa amma gara sd tti deebii'ra. 12526/27500.v

Want your business to be the top-listed Furniture Store in Oromia Region?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Davelionboy@gmail
Oromia Region