10/06/2021
BLTO DELO BUNA
kaayoon Page kanaa Kolleejjii Kenya kanarraa akkamitti fayyadamuu akka dandeennuu fi Kolleejjicha
10/06/2021
Updated information
Coc 28/09/2013!!!!
D.BUNA TVET
Galmeen COC Guyyaan xummuraa Isaa hanga wiixataa 23/9/2013tti waan ta'eef akka galmooftan
Dubbisaa isin fayya ❤💚❤
Hortee ummata Oromoo
______________________________
Booranii kaa Oromoti
Oromoon kaa xaboti
Xaboo kaa waaqoti
Waaqoo kaa dadhiti
Dadhiin kaa uteeti
Uteen kaa biteeti
Bitee kaa waalabuti
Waalabuu kaa jilichati
Jilichi kaa daawaroti
Dawaroo kaa hoofati
Hoofaan kaa sharati
Sharaan kaa haadiyati
Haadiyaan kaa Rabati
Rabaan kaa dooriti
Dooriin kaa mormor
Mormor kaa mamati
Mamaan kaa warari
Warar kaa waayuti
Wayuun kaa goodedi
Gooded kaa maridhati
Marin kaa galani
Galan kaa waaditi
Waadin kaa shunkur
Shunkur kaa lmaar
Imaar kaa batayi
Batay kaa lubaay
Lubaay kaa Malik
Malik kaa kuush
Kuush kaa haamii
Haamii kaa nuuhii
Nuuhii kaa Malik
Malik kaa matoshati
Matoshan kaa yahiti
Yahati kaa muhalalii
Muhalal kaa Akuni
Akun kaa Anushi
Anush kaa shish*ti
Horten dhalaa namaa akkati seennaa tatee dhalotaf dabartii?????
==
24/02/2021
Leenjifamtoota level 4dhaan bara 2008_2013tti leenjii xumurtan hundaaf...
Kolleejjin BLTO dallo bunaa leenjifamtoota kanaan dura leenjii xumuran hunda eebbisiisuu waan baarbaaduuf..waa'ee eebbaatiif gaafa guyyaa 21/06/2013 sa'atii 3:00_4:30 marii waan qabnuuf kollojjitti akka nuuf argamtan jechaa...leenjifamtoonni ergaan kun bira gahe akka share gootan fii sagantaa irratti akka nuuf argamtan yaamicha isiniif dhiheessina....
Koolleejjicharraa
24/01/2021
1.white drawer which looks good in any room and hold more cloth than you want, BLTO Delo bunais here to provide designer trending furniture in affordable price,be one of our client come to our show room, workshops
2. news here are unique bed design for your kids for any age in any size🥰🥰😍 📞. dial us on 0983882236/0924265719 join our page ........lets plant trees,wear a mask and stay safe
24/01/2021
Diizaayinii kamtu isinitti tola mee yaada itti kennaa
16/01/2021
Meeshaalee Aadaa kanneeniin hoo maaljettu? Meewalhaa barsiifnuu yaada itti kennaa
16/01/2021
Meeshaalee Aadaa kanniin beektuu laata?
Meeqa keenyatu beekna laata ? Mee wal haa barsiifnuu
16/01/2021
የተከበራችሁ የዚህ ቻናል ተከታዮች
ምርታችንን ከምንም ጊዜ በላይ በጥራትና በምርጫ እያሰፉን በመሆኑ ያለዎትን ኣስተያየትም ሆነ ልዩ ምርጫ
1.🏅ለሱፐር ማርኬትና ሱቅ የሚዎሉ
ስታንዶችን እንደፍላጎትዎ እናመርታለን
2. 🏅FURNITURE
የተለያዩ የቢሮ ፈርኒቸር ሲያስፈልጎ
3. 🏅 SHOP CUSTUM FITTING
ሱቅዎን በዘመናዊ መልክ ለመጠቀም መረጃ ይላኩልን፣ ለማስተናገድ ዝግጁ ነን
ለበለጠ👇
በ 0924265719/0983882236
👇
ያገኙናል
Click here to claim your Sponsored Listing.